News

'Opride Oromo Person of the year' ta'ee kan filatame Haacaaluu Hundeessaa wantin saba koof hojjedhe xinnoodha ani hanga wareegama lubbuu keennuuttin saba koof hojjedha jedhe.